Épisodes

  • Gaafatama keenya baanee dhalootatti dabarsina- Amaan Badhaasoo fi Jamaal Muusaa
    Jan 28 2026
    Oromo week , Kubbaa miilaa, uttaalchoo, fi taphoota adda addaa kan of keessatti qabu ture jedhu Amaan Badhaasoo fi Jamaal Muusaa. Tapha fi qophii guyyaa shaniif turee irratti gargaarsii fi deggersi hawaasa keenyaa keessattuu harmooliin dadhabbii tokkoon malee nu bira dhaabbatan, galata qabu jedhu Jamaal fi Amaan.
    Afficher plus Afficher moins
    28 min
  • How to cater for your dietary restrictions - Allergy nyaataa ilaalchisee waan gochuu qabdan- Australia Explained
    Jan 28 2026
    Australia is known as the allergy capital of the world. Our diverse population also means that we express our religious beliefs, ethics, health and personal choices through the food we eat. We called on some experts to help us navigate all the labelling, certifications and resources that can inform our food choices. - Austraaliyaan biyyatti gudditti Adduynaa irratti alarjiin beekamtu dha. Haguma ummanni biyyattii duubbee aadaa danuu irraa tahe namooti amantaa, naamusa jireenyaa, fedha fayyaa isaanii fi filatnoo dhuunfaa karaa nyaata isaanii mul’isu. Namootni waan nyaata irratti barreeffame ykn maxxanfame dubbisanii akka hubataniif ogeessitootni qajeelchaa qaban akka qoodan taasisneerra.
    Afficher plus Afficher moins
    14 min
  • #102 Getting organised (Med) - #102 Qophaa'ummaa(giddu gala Afaanii) - Learn English
    Jan 21 2026
    Learn practical English phrases for getting organised and managing daily tasks, including planning ahead, meeting deadlines, and staying on top of responsibilities. - Dursanii karoorfachuu, yerootti hojii raawwachuuu fi mata duree itti gaafatamummaa marihachuu irratti of qabuu kkf dabaltee hojii hedduu guyya guyyaa qophaa'ummaa barbaadu kan ibsan jechoota qabatamoo afaan Inglishii baradhaa.
    Afficher plus Afficher moins
    11 min
  • What are Australia’s fishing laws and rules? - Qurxummii qabuu ilaalchisee seerri fi duudhaan Australia maal? - Australia Explained
    Jan 21 2026
    Thinking of going fishing in Australia? Make sure you are familiar with local regulations, including licensing systems, closed seasons, size limits, permitted gear, and protected species. - Australia keessatti yaada qurxummii qabachuu deemuu qabduu? Ehama argachuu fi yeroo naannichi itti cufamu, guddina qurxummii qabamuu, meeshaa ehamamu fi kununsa qurxummii dabalatee seera naannoo beekuu keessan mirkaneeffadhaa.
    Afficher plus Afficher moins
    12 min
  • Bonus Practice: #101 Having a laugh (Med) - Itti dabala : #101 Kofluu(giddu gala afaanii) - Learn English
    Jan 14 2026
    Practise speaking the dialogue from episode #101 Having a laugh (Med) - Qophii dabretti dabala #101 dhaggeeffadhaa, waliin dubbatnaa shaakaltuu. Waliin dubbannaa kana caqasuu keessatti hedduu afaan fooyyeffattu. Qophiin kun caalaatti kan kaayyeffate namootni haasawa namoota gara garaa gidduu deemuu kana dhaggeeffachuun jechoota haaraa, akkaataa itti waa dubbatanii fi gaafatan irraa baratu.
    Afficher plus Afficher moins
    4 min
  • How to cope during a heatwave in Australia - Yeroo Labooba ho'aa Australia keessaa akkamiin dandamattu - Australia Explained
    Jan 14 2026
    Summer in Australia can be very hot, and as our climate continues to warm, heatwaves are expected to become more frequent and more intense. In this episode of Australia Explained, we cover what a heatwave is, why they pose such a significant risk to human health, who is at most risk, and how to best prepare to cope with a heatwave. - Bonni Australiaa keessatti hedduu ho’aa ta’uu kan danda’u yoo ta’u, qilleensi keenya ho’uu itti fufee waan jiruuf, laboobi ho'aa baayyee fi cimaa ta’a jedhamee eegama. Qophii Australia ibsuu jedhu kana keessatti, laboobi ho’aa maal akka ta’e, maaliif fayyaa namaa irratti balaa guddaa akka geessisan, eenyutu balaa guddaa kanaaf saaxilamuu akka malu, akkasumas akkamitti akka gaariitti labooba ho’aa kana irraa dandamachuuf qophaa’uu akka danda’amu ilaalla.
    Afficher plus Afficher moins
    14 min
  • #101 Having a laugh (Med) - #101 Kofluu ( giddu gala afaanii) - Learn English
    Jan 9 2026
    Learn how to talk about things that make you laugh. Practise phrases that help you share stories, react to jokes, and enjoy conversations more. - Wanneen nama kofalchiisan irraa dubbachuun kofluu fi bhaaruu. Jechoota qophii kana keessatti dhageessan shaakaluun seenaa ofii ykn qoosaa walii qooduun waliin dubbannaa gaarii qabaadhaa. Waliin haasawa akkasii keessa afaan inglishiis fooyyeffachuuf gargaara.
    Afficher plus Afficher moins
    12 min
  • From black tie to casual: How to decode dress codes - Sirna uffatnaa yeroo yaamichaa - Australia Explained
    Jan 9 2026
    You’ve received an invitation that reads “Dress code: Cocktail attire”. What is this ‘code’? And more importantly, what will you wear? In this episode, we demystify the most common dress codes so that you can feel comfortable at any event. - Waamicha waamamtanii dress code ykn gosti uffatnaa: Coktail attire”jedha. Kodiin ykn gosti kun maal? Irra caalaatti iyyuu ammo maal uffachuu qabdan? Uffatnaan aadaa keenya akka jirutti tahee, mee seera uffannaa hedduu beekamoo tahan ibsuu yaalla, qophicha irratti of qopheessitanii akka deemtaniif.
    Afficher plus Afficher moins
    13 min